Barsiisaa Yuunvarsitii Dambii Doolloo, kan ajjeefame

Ajjeechaan, dararaa fi butanii dhabamsiisuun Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti, addatti ammoo maatii qabsaa'otaa irratti xiyyeeffachuun raawwatamu, goleelee Oromiyaa addaa addaa keessatti jabaatee itti-fufee jiraachuu.