Magaalaa Amboo

Oromoo Walloo irratti lolli bifa haarayaan baname

Lolli duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa, Humnoota Naannoo Amaaraatiin Oromoo Walloo irratti barootaaf adeemsifamaa ture galgala edaa (Eebila 14, 2021) toora 7:00 (ALBA) irraa qabuun ammoo bifa haarayaan banamee jiraachuu.

Tarkaanfii QBO Loltoota MKII irratti

Tarkaanfii Qeerroo Bilisummaa Oromoon, Giddu-gala Oromiyaa, Magaalaa Amboo keessatti, Waraana MKII irratti galgala edaa fudhatameen, loltoonni diinaa danuun galaafatamuu heedduun isaaniis madeeffamuu.

Duguuggaa sanyii qindaa’aa

Duguuggaan sanyii qindaa’aan, Loltoota Koloneeffattoota Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu, Onootaa fi Magaalota Konyaa Baha Wallaggaa adda addaa keessatti jabaatee jiraachuu. Haaluma wal-fakkaatuun, WBO’n tarkaanfii loltoota kanneen irratti fudhatu, Lixa Oromiyaa bakkeewwan hedduutti jabeessee itti-fufee jiraachuu.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa