Oromoota Washington keessatti hiriira mormii geggeessan

Duula duguuggaa sanyii Mootummaan Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa Uummata Oromoo irratti banee jiru balaaleffachuun, hiriira mormii Biyya Ameerikaa Magaalaa Washington DC fi Biyya Australia Magaalaa Canberra keessatti, Eebila 8, 2021 Oromoonni geggeessan.