Gudeeddaa fi ajjeechaa haadha Oromoo, ulfa garaa qabdu irratti, Magaalaa Danbii Dolloo keessatti, RIXn raawwatame.

Ajjeechaa suukanneessaa dargaggoo Oromoo, Amaanaa Daadhii irratti, Kaaba Tuulamaa, Ona Kuyyuu keessatti raawwatame.

Ajjeechaa suukanneessaa dargaggoo Oromoo, Yeroosan Abbosee irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Sayyoo keessatti, Kibxata har'aa (Caamsaa 26, 2020) raawwatame.

Hidhaa, dararaa fi ajjeechaa, Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Tuulamaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa