Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Laaloo Assaabii keessatti, Loltootni Impaayera Itoophiyaa, Qeerroo Oromoo tokko ija isaa buruqsuun, boodas haala suukanneessaan ajjeesuun bishaan keessatti gatuu;
Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Anfilloo keessattis, Maanguddoon Oromoo umrii 70 fi Qeerroon tokko ajjeefamuu;
Hidhaa fi dararaan Loltoota MKIXn Uummata Oromoo irratti raawwatamus akkaan hammaatee jiraachuu.