Suuraan ykn suur-sagaleen dhiiga ykn qaama nama miidhamee (madaa'ee ykn ajjeefamee) mul'isu marsaalee hawaasaa irratti akka hin maxxanfamne qoqqobamaa jira. Faayiloonni akkanaa battala ol-fe'amanitti hordofamuun haqamaa jiru. Kanaanis, ajjeechaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu ija addunyaa duraa akka dhokatu taasifamaa jira.
Suuraa ykn suur-sagalee ajjeechaa uummata keenya irratti raawwatamaa jiru mul'isan of harkaa qabdaa? Daangaa tokko malee ol-fe'uu ni dandeessa.
Yakka ajjeechaa mootummichi saba keenya irratti raawwachaa jiru saaxiluun uummatakeef sagalee ta'uun dirqamakee bahachuun yeroon isaa amma.
Ol-fe'i (upload)
Suuraa/suur-sagalee isin ol-feetan yeroo gabaabaa keessatti fuula kana irratti maxxansina. Maxxanfamuu isaas karaa imeela keessanii isin beeksifna.
Social media and other internet service vendors have all agreed to ban what they term as “violent and graphic content” from posting on their platforms. Unfortunately, gory, and graphic violence is what the Oromo nation is being subjected to every day. Our people are being denied the only way they can let the world know of their sufferings: via pics and video clips because "A picture is worth a thousand words".
If you have pics or audio/video clips you want to share with the world but are disallowed to post on major social media platforms, please upload them here. We will send you a link to them which you can share with others.
Thanks,
Independent Oromia