Voice of Independent Oromia - Podcast page - Sagantaa (Kurfii) RSWO sagalee qofaan

RSWO, SWO, Voice of Independent Oromia. Sagalee Walabummaa Oromiyaa. WBO, Qeerroo, QBO, ABO, OLF, OLA, Independence, Oromo, Podcast, Kurfii sagalee qofaan.

SWOn 1absoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaaf godhamu dhaadhessa. Odeessaalee wayitawaaf marsariitii keenya daawwadhaa. VIO, RSWO, SWO, Voice of Independent Oromia, Sagalee Walabummaa Oromiyaa, Birmadummaa, Gadaa, WBO, Qeerroo, QBO, ABO, OLF, OLA, Independence, Oromo, News, Oduu SWO, Sagalee Walabummaa Oromiyaa (SWO)

Naqamtee

Shamarreen Oromoo – Barattuu Yuunvarsitii Riifti Vaalii, damee Magaalaa Naqamtee – Yuunvarsitii itti barattu duratti, Jimaata, Waxabajjii 11, 2021 konkolaataa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan rukutamuun ajjeefamuu.

Loltuu Eertiraa, WBO'n booji'ame

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen akka Haroo Limmuu fi Eebantuu keessatti tibbana adeemsifameen, Loltoonni Mootummaa Eertiraa WBO'n booji'amuu.

Warraaqsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Wallisaan Oromoo, Damisee Moosisaa, Dilbata Waxabajjii 6, 2021, Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa (Tikoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan) Magaalaa Naqamtee keessaa butamuun achi-buteen isaa hin beekamin jiraachuu.

Seenaa

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabajjii 5, 2021) Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan manaa fuudhamtee, ajjeefamuun reeffi ishee bakkeetti gatamuu, sirni awwaalchaas akka hin raawwatamneef dhorkamuun, hanga galgala har'aattillee hin awwaalamin jiraachuu.

Margaa Fiqaaduu

Daa'imni Oromoo ganna sagalii, Margaa Fiqiruu jedhamu, dhaanicha hamaa poolisoota MKII'n, Magaalaa Najjoo keessatti, torbee darbe irratti raawatameen miidhamee deggersa uummataan hospitaala seensifamee wal'aansi taasifamuufis bayyanachuu dadhabuun, Kibxata (Waxabajjii 1, 2021) lubbuun isaa darbuu.

Arsii Lixaa

Dargaggoonni Oromoo, Toomaas Fufaa fi Eermiyaas Garramuu jedhaman, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa, Ona Jaartee, Ganda Dargee Kootichaa jedhamu keessatti, Wiixata kaleessaa (Caamsaa 31, 2021) Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan mana jireenyaa warra isaaniitii fuudhamuun ajjeefamanii reeffi isaanii bakkeetti darbamuu.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa