Addaan-citiinsa ibsaa fi neetorkiin Oromoon Walloo rakkoo hamaa mudachuu
Haleellaan humna xiyyaaraa fi meeshaalee waraanaa gurguddaan raawwatamu jabaatee itti-fufuun wal-qabatee, addaan citiinsa ibsaa fi quunnamtii neetorkii mudateen, Uummanni Oromoo Walloo rakkoo hamaaf saaxilamee jiraachuu.
Ajjeechaa fi saamicha qabeenyaa: Finxaaleyyii Amaaraan
Ajjeechaan, saamichii fi mancaafamani qabeenyaa Uummata Oromoo irratti humnoota finxaaleyyii Amaaraan, Konyaa Matakkal keessatti raawwatamu itti-fufee jiraachuu.