Album cover

Kurfii RSWO - sagalee qofaan

RSWO · VIO
: :

Eebba WBO Z/Kibbaa - Cibraa Soddom-Booroo

Eebba WBO Zoonii Kibbaa, maqaa Marsaa Bilisummaa ykn Imala gara Finfinnee jedhuun, Roobii kaleessaa (Sadaasa 24, 2021) raawwatamee fi tarkaanfii WBO giddu-gala taasifachuun, marii Dubbi-himaa Cibraa Soddom-Booroo, Jaal Boorataa Abbaa Biyyaa waliin taasifame.

Sirni eebbaa WBO Cibraa 30-Booroo - Marsaa Bilisummaa guyyaa kaleessaa geggeeffame kun kan marsaa kudha-tokkoffaa yommuu ta'u, baay'inni miseensota WBO marsaa kana eebbifamanii, kan marsaalee darbaniirra daran kan caalu ta'uun isaa, sirna kana kan adda isa taasisu ta'uu.


00:00/00:00
Kurfii RSWO - sagalee qofaan

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Sagantaa Kamisa Mudde 2, 2021

Link-4

Sagantaa Kibxata Sadaasa 30, 2021

Link-1

Sagantaa Dilbata Sadaasa 28, 2021

Link-2

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa