Album cover

Kurfii RSWO - sagalee qofaan

RSWO · VIO
: :

Sochii WBO fi haala Uummanni Oromoo keessa jiru

Hidhaa fi dararaan Konyaa Lixa Wallaggaa Ona Mana Sibuu keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu akka-malee hammaatee jiraachuu.

Gama kaaniin ammoo, WBOn tarkaanfii Loltoota MKII irratti fudhatu jabeessee itti-fufuun Onootaa fi Magaalota Konyaa Lixa Wallaggaa keessatti argaman danuu dhuunfachaa jiraachuu - Odeessa waliigalaa.


Tarkaanfilee WBO tibbanaa

Haala walii-galaa Uummanni Oromoo keessa jiru, dhimma akeekaa fi galma Qabsoo Bilisummaa Oromoo, akkasumas, sochii fi tarkaanfii WBOn Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Shaggar, Konyaa Salaalee keessatti tibbana taasisaa jiru giddu-gala godhachuun, marii Oromticha tokko waliin taasifame.

00:00/00:00
Kurfii RSWO - sagalee qofaan

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Sagantaa Kamisa Mudde 2, 2021

Link-4

Sagantaa Kibxata Sadaasa 30, 2021

Link-1

Sagantaa Dilbata Sadaasa 28, 2021

Link-2

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa