Uummanni Oromoo WBO waliin hiriiruun loluuf qophiirra jiraachuu

Ona Bulee Horaa keessatti, Uummanni Oromoo waraana MKII waliin ta'uun, guyyaa borii (Onkoloolessa 6, 2021) sakattaa WBO irratti akka bubba'uuf haal-dureen mijeeffamaa jiraachuu. Ta’us, Uummanni Oromoo WBO faana hiriiruun waraana PP loluuf, isa yeroo kamii irrayyuu qophii ta’ee jiraachuu.


Oromoonni Sirna Irreechaa irraa qabamanii hidhaman ammallee kan hin hiikamin ta'uu

Oromoonni Sirna Irreechaa irraa qooda fudhachuuf gara Finfinnee fi Bishooftuutti imalanii, Sambataa fi Dilbata (Onkoloolessa 2-3, 2021) tikootaa fi hidhattoota MKII'n qabamanii ukkaamfaman, manneen hidhaa keessatti hidhamuun gidirfamaa jiraachuu.


Saamicha maqaa deggersa LMKIIn raawwatamaa jiru

Magaalota Konyaa Lixa Wallaggaa keessatti argaman garaagaraa keessatti, dabballoonni Mootummaa PP maqaa deggersa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Uummata Oromoo dirqisiisuun maallaqa baasisaa jiraachuu.

Kurfii RSWO · Kibxata Onkoloolessa 5, 2021

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa