Warraaqsi Qeerroo Bilisummaa Oromoon geggeeffamu, Magaalaa Asaboot keessatti halkan edaa itti-fufuu; dabalataanis, Abbaan Qabeenyaa, leellisaa Sirna Nafxanyaa ta’e tokko ajjeefamuu;

Duguuggaan sanyii fi saamichi qabeenyaa Uummata Oromoo irratti, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Angar Guutee, Ona Guutoo Giddaa fi Ona Giddaa Ayyaanaa keessatti, hidhattoota Naannoo Amaaraa, harcaatota Sirna Nafxanyaa, akkasumas, Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuziin raawwatamu itti-fufee jiraachuu;

Gindabarat: Dararaa fi saamicha qabeenyaa Uummata Oromoo irratti hidhattoota Naannoo Amaaraan raawwatamaa jiru

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa