Warraaqsi Galaana Uummataa, Barattootaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoon geggeeffamu, Magaalota Oromiyaa kanneen akka: Mandii, Walisoo, Dirree Xiyyaaraa, akkasumas, kutaalee Oromiyaa danuu keessatti itti-fufee jiraachuu;
Gochaaleen hammeenyaa LMKIIn Uummata Oromoo, keessattuu Maatii Qabsaa'otaa irratti raawwataman hammaachuun, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Yamaaloogii Walal keessatti Maanguddoon Oromoo tokko ilkaan isaanii 4 irraa caccaabsamuu fi qaamni saalaa isaanii kolaafamuu