Oromoonni Walloo 9 milishoota Naannoo Affaarii fi Amaaraan ajjeefamuu

Lola hidhattoota Naannoo Affaarii fi Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti guyyoottan sadeen darban bifa haarayaan banamee jiruun, Oromoonni Walloo sagal (9) Ona Harxummaa Fursee keessatti ajjeefamuu; kanneen baay’inaan sanaa ol ta’an ammoo madeeffamuu.

Jimmaa: Uummanni Oromoo maqaa leenjiin dararamaa jiraachuu

Shanee fi Juuntaa waliin balleessina jedhamuun, leenjii Gaachana Sirnaan moggaafame akka leenji’aniif, Uummanni Oromoo hidhattootaa fi dabballoota MKII’n, Konyaa Jimmaa fi Bunnoo Beddellee keessatti dirqisiifamaa jiraachuun wal-qabatee, keessattuu, Maanguddoonnii fi Hawwan Oromoo gidirfama hamaa madachaa jiraachuu.


Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Kamisa Fuulbana 16, 2021

Sagantaa Kibxata Fuulbana 14, 2021

Sagantaa Dilbata Fuulbana 12, 2021

Sagantaa Kamisa Fuulbana 9, 2021

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa