Magaalaa Begii dabalatee, Onni Begii guutumatti WBO'n to'atamuu

Konyaa Lixa Wallaggaa keessaa, Magaalaa Begii dabalatee, Onni Begii guutumatti, Jimaata Fuulbana 3, 2021 to'annoo WBO jala galfamuu.


Lola MKII fi HIT gidduutti adeemsifamuun, Oromoon Walloo rakkoo mudachuu

Lola MKII fi HIT (Humna Ittisaa Tigiraay) gidduutti adeemsifamaa jiruun wal-qabatee, Uummanni Oromoo Walloo rakkoo hedduu mudachaa jiraachuu.


Barsiisaan Oromoo, Mabiraatee Taayyee Surraa jedhamu, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Nuunnuu Qumbaa, Magaalaa Adaree keessatti, LMKII'n ajjeefamuu; daa'imni isaa ganna tokkoos harki isii tokko rasaasaan rukutamuun irraa muramuu.


Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Kamisa Fuulbana 16, 2021

Sagantaa Kibxata Fuulbana 14, 2021

Sagantaa Dilbata Fuulbana 12, 2021

Sagantaa Kamisa Fuulbana 9, 2021

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa