Tarkaanfii haleellaa boombii WBO’n galgala edaa Magaalaa Naqamtee keessatti LMKII irratti fudhateen, Ajajaan Poolisii Federaalaa Koomaandar Geetinnat Mulugeetaa jedhamuu fi eegdonni isaa lama ajjeefamuu.

Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Ayyaanaa keessatti, guyyoota lamaan kana Oromoonni 4 ajjeefamuu; manni Oromootaa kanneen baay’inaan kudhan ta’anis gubamuu.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa