Komaandarri Poolisii Federaalaa fi eegdonni isaa lama ajjeefamuu
Tarkaanfii haleellaa boombii WBO’n galgala edaa Magaalaa Naqamtee keessatti LMKII irratti fudhateen, Ajajaan Poolisii Federaalaa Koomaandar Geetinnat Mulugeetaa jedhamuu fi eegdonni isaa lama ajjeefamuu…
Hidhaa fi dararaa Barsiisota Oromoo Yuunvarsitii Jimmaa irra ga’aa jiru
Itti-aanaa Hoogganaa Yuunvarsitii Jimmaa kan turan, Dr. Adulaa dabalatee Barsiisotni Oromoo Yuunvarsitii Jimmaa kanneen baay’inaan ja’a (6) ta’an hidhamanii jiraachuu; qabata WBO’n hidhaa fi dararaan Uummata Oromoo irratti…
Violent Dissolution Threatens Ethiopia: Who is Responsible?
If Ethiopia breaks up, which is looking more and more likely with every passing day, the world needs to take note that this state of affairs was initiated NOT by rightly disgruntled nations, nationalities and peoples in Ethiopia putting forward…
Lolli Oromoo Walloo irratti banamuuf deemaa jiru yaaddoo uumee jiraachuu
Hidhattoonni Naannoo Amaaraa meeshaalee waraanaa ammayyaa hidhatan Magaalotaa fi Onoota Konyaa Walloo adda addaa keessa kallattii afuriin, qubachiifamaa jiraachuun wal-qabatee, Oromoon Walloo yaaddoo keessa jiraachuu…
Saamichaa fi mancaatii LMKIIn qabeenya Oromoo irra ga’aa jiru | RSWO
Saamichaa fi mancaatiin qabeenya Oromoo irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Hawwaa Galaanii fi Ona Yamaaloogii Walal keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatamu hammaatee itti-fufee jiraachuu…
Haala yeroo fi dhimma deggersa WBO - Dr Iddoosaa Ejjetaa waliin marii | RSWO
Haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa, akkasumas, dhimma Walga’ii Gargaarsa WBO, Eebila 3, 2021 adeemsifamuuf qophaa’ee jiru irratti fuuleffachuun, marii Hayyuu Oromoo Dr. Iddoosaa Ejjetaa waliin taasifame…
Haala Oromoonni Walloo fi Matakkal keessa jiran | RSWO
Haala lolli babal’ifannaa daangaa fi duguuggaa sanyii, Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti torbee darbe irraa qabuun geggeeffamaa ture ittiin eegale, haala ittiin Uummanni Oromoo ofirraa qolatee fi…
Bosonni Jibaat har’as guyyaa lammaffaaf gubachaa oole | RSWO
Konyaa Lixa Shawaa Ona Jibaat keessatti kan argamu Bosonni Jibaat, ibidda Roobii kaleessaa (Bitootessa 24, 2021) itti qabsiifameen, Kamisa har’aallee guyyaa lammaffaaf itti-fufuun gubachaa ooluu…
Page 13 of 87