Hiree Oromiyaa fi Impaayera Itoophiyaa
Marii Hayyuu Oromoo, Obbo Moosisaa Oosaa waliin, hiree egeree Oromiyaa fi Impaayera Itoophiyaa, akkasumas, furmaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti fuuleffachuun taasifame.
Ajjeechaa Suukanneessaa Haadha Ilmaan Afurii irratti Ona Laaloo Assaabii keessatti Raawwatame
Ajjeechaa suukanneessaa Aayyoo Oromoo, haadha ilmaan afurii, Aadde Amsaaluu Guddataa jedhamtu irratti, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Laaloo Assaabii keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame ›
Gudeeddaa fi Ajjeechaa Haadha Ulfa irratti Magaalaa Danbii Dolloo keessatti Raawwatame
Ajjeechaa haadha Oromoo, ulfa garaa qabduu fi dargaggoo Oromoo tokko irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Sayyoo keessatti Loltoota MKIXn raawwatame › Ajjeechaa suukanneessaa dargaggoo Oromoo, Amaanaa Daadhii irratti, Kaaba Tuulamaa, Ona Kuyyuu keessatti raawwatame ›
Ajjeechaa Suukanneessaa fi Gochaalee Hammeenyaa Uummata Oromoo irratti Raawwatamaa jiran
Ona Laaloo Assaabii keessatti, Qeerroon Oromoo tokko ijji isaa burukfamuu; achiis haala suukanneessaan ajjeefamuun bishaan keessatti darbamuu › Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Anfilloo keessattis, Maanguddoon Oromoo umrii 70 tokkoo fi Qeerroon Oromoo tokko ajjeefamuu ›
Tarkaanfii WBO Zoonii Kibbaan Loltoota MKIX irratti fudhatame
Tarkaanfii torban kana keessa, WBO Zoonii Kibbaan Loltoota MKIX irratti fudhatame › Ajjeechaa suukanneessaa Qeeroo Oromoo 4 irratti, Ona Laaloo Assaabii keessatti raawwatame › Kaaba Tuulamaa keessatti, dararaa ulfaataa Uummata Oromoo irra ga'aa jiru ›
Gocha Hammeenyaa: Baha, Kibbaa fi G/gala Oromiyaa keessatti Uummata Oromoo irratti Raawwatamaa jiru
Gochaalee hammeenyaa Konyaalee Afran-Qalloo, Gujii fi Lixa Tuulamaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran › Ijaarsaa fi sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo ›
Marii Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa irratti Luba Waaqee Ji'oo Garbii waliin Taasifame
Marii Luba Waaqee Ji'oo Garbii waliin, Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa irratti taasifame: Amantiin Kiristaanaa, qabsoo sabni cunqurfame, cunqursitoota irratti taasisu akkamitti ilaala › Waldaan Kiristaanaa haqa uummataa tiksuu keessatti dirqama akkamii qabdi…
Onoota Ganjii fi Gullisoo keessatti Ajjeefamuun Awwaalcha Dhorkamuu Qeerroowwan Oromoo
Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroowwan Oromoo 6 irratti, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Ganjii fi Ona Gullisoo keessatti, Poolisoota Humna Addaa [Oromiyaa] jedhamaniin, Roobii kaleessaa fi Kamisa har’aa raawwatame › Ijaarsaa fi sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Matakkal ›
Page 12 of 75