Bosonni Jibaat har’as guyyaa lammaffaaf gubachaa oole | RSWO
Konyaa Lixa Shawaa Ona Jibaat keessatti kan argamu Bosonni Jibaat, ibidda Roobii kaleessaa (Bitootessa 24, 2021) itti qabsiifameen, Kamisa har’aallee guyyaa lammaffaaf itti-fufuun gubachaa ooluu…
Dhimma Filannoo Impaayera Itoophiyaa ilaalchisuun marii taasifame | RSWO
Filannoo yeroo dhihootti Impaayera Itoophiyaa keessatti adeemsifamuuf jiru ilaalchisuun marii Hayyuu Oromoo Obbo Moosisaa Oosaa waliin taasifame…
Tarkaanfilee WBO - Konyaa Jimmaa keessatti LMKII irratti | RSWO
Lola duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru keessa Loltoonni Mootummaa Eertiraa jiraachuu…
Lola jabaa Oromoo Walloo irratti, Poolisoota Humna Addaa N/Amaaraan
Lola Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan, Uummata Oromoo irratti, Onootaa fi Magaalota Walloo adda addaa keessatti tibbana adeemsifamaa jiruun, Oromootni dhibbaan lakkaa'aman ajjeefamuu, kumaatamnis madaa'uu…
Milishoonni MKII baay’een WBO’tti harka kennachaa jiraachuu | RSWO
Sochii Loltoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa guyyoota muraasa dura gara Giddu-gala Oromiyaa, Ona Cobiitti bobbaafaman taasisaa jiran…
Tarkaanfilee WBO: Marii A/ WBO K/Gujii Bahaa Jaal Magarsaa Lammii waliin
Tarkaanfilee WBO’n Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u LMKII irratti, guyyoota afuran kana walitti-fufiinsaan fudhate ilaalchisuun, marii Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa Jaal Magarsaa Lammii waliin taasifame…
Warraaqsa Barattoota Oromoo Magaalaa Naqamtee | RSWO
Barattoonni Oromoo Manneen Barnootaa Qophaa’inaa Magaalaa Naqamtee keessatti argaman garaagaraatti baratan tibbana, xumura Qormaata Seensaa Biyyoolessaa (National Entrance Exam) irratti warraaqsa dhoosan…
Shira maqaa filannoo fi araaraan, Oromoo Walloo irratti | RSWO
Shirri maqaa filannoo fi araaraan Oromoo Walloo irratti raawwatamu itti-fufuun, daandiin Walloo fi Affaariin wal-quunnamsiisu, kan ammaan dura cufamee ture akka banamu taasifamuu…
Page 2 of 75