Ajjeechaa Suukanneessaa fi Gochaalee Hammeenyaa Uummata Oromoo irratti Raawwatamaa jiran
Ona Laaloo Assaabii keessatti, Qeerroon Oromoo tokko ijji isaa burukfamuu; achiis haala suukanneessaan ajjeefamuun bishaan keessatti darbamuu › Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Anfilloo keessattis, Maanguddoon Oromoo umrii 70 tokkoo fi Qeerroon Oromoo tokko ajjeefamuu ›
Tarkaanfii WBO Zoonii Kibbaan Loltoota MKIX irratti fudhatame
Tarkaanfii torban kana keessa, WBO Zoonii Kibbaan Loltoota MKIX irratti fudhatame › Ajjeechaa suukanneessaa Qeeroo Oromoo 4 irratti, Ona Laaloo Assaabii keessatti raawwatame › Kaaba Tuulamaa keessatti, dararaa ulfaataa Uummata Oromoo irra ga'aa jiru ›
Gocha Hammeenyaa: Baha, Kibbaa fi G/gala Oromiyaa keessatti Uummata Oromoo irratti Raawwatamaa jiru
Gochaalee hammeenyaa Konyaalee Afran-Qalloo, Gujii fi Lixa Tuulamaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran › Ijaarsaa fi sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo ›
Marii Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa irratti Luba Waaqee Ji'oo Garbii waliin Taasifame
Marii Luba Waaqee Ji'oo Garbii waliin, Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa irratti taasifame: Amantiin Kiristaanaa, qabsoo sabni cunqurfame, cunqursitoota irratti taasisu akkamitti ilaala › Waldaan Kiristaanaa haqa uummataa tiksuu keessatti dirqama akkamii qabdi…
Onoota Ganjii fi Gullisoo keessatti Ajjeefamuun Awwaalcha Dhorkamuu Qeerroowwan Oromoo
Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroowwan Oromoo 6 irratti, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Ganjii fi Ona Gullisoo keessatti, Poolisoota Humna Addaa [Oromiyaa] jedhamaniin, Roobii kaleessaa fi Kamisa har’aa raawwatame › Ijaarsaa fi sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Matakkal ›
Sababa Jibba Qabsoo Hidhannoo fi Faaruu Qabsoo Karaa Nagaa – Marii Obbo Daani’eel Dafaa RSWO waliin
Marii Hayyuu Oromoo Buleessa – Obbo Daani’eel Dafaa waliin haala yeroo irratti taasifame › Tarkaanfii rasaasaa fi meeshaalee qooqa-maleeyyiin Oromoota 16 irratti Lixa Shaggar, Ona Cobii keessatti RIX’n fudhatame ›
Sirna Gadaa, Heeraa fi Seera Oromoo irratti, Qorataa Sirna Gadaa tokko waliin marii Taasifame
Oromoon si’ana Abbaa Gadaa qabaa? Abbootiin Gadaa fi Maanguddootni yeroo ammaa akkamitti ilaalamu? Gadoomuu fi Gadaa mo’uu gidduu garaagarummaan jiru maali?… ›
Ajjeechaa Suukanneessaa Maanguddoo Oromoo tokko irratti, Ona Hawwaa Galaan keessatti raawwatame ›
Ajjeechaa Suukanneessaa Oromoota 8 irratti, Ona Sayyoo keessatti Caamsaa 3, 2020 RIXn Raawwatame
Ona Sayyoo, Ganda Ifaa Galaanoo jedhamtu keessatti, Oromoonni saddeet, Caamsaa 3, 2020 RIXn bakka tokkotti ajjeefamuu ›
Gochaaleen hammeenyaa Konyaalee Gujii Bahaa fi Lixaa keessatti, RIXn Uummata Oromoo irratti raawwataman akkaan hammaachuu
Page 10 of 71