Utuun qabsaa’uu du’uu naaf wayya – Dargaggoo Qalbeessaa Moosee
Barattoota Oromoo kanneen bara 2019 baatii Muddee keessa Yuunbarsitii Jimmaa irraa ari’aman keessaa Qalbeessaan isa tokko ture › Dargaggoon Oromoo, Qalbeessaa Moosee Dhaanga’ii, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti Loltoota MKIIn ajjeefamuu; reeffi isaas guyyoota lamaaf awwaalcha dhorkamuun ala bulfamuu ›
The Shocking Story of Oromo Displaced Persons
The Oromo people, indigenous to Africa and incorporated into Ethiopia at the end of 19th century, constitute about 40% of the 110 M population of that country. Ever since their incorporation into Ethiopia, they assert that they have known nothing but sweeping repression and negligence by the government. Denied freedom and justice for a century and a half, they have suffered economic, cultural and political marginalization at the hands of governments led by politicians from other ethnic groups.
WGU ilaalchisuun marii Qeerroo fi Qarree Oromoo waliin taasifame
Warraaqsa Galaana Uummataa, Waxabajjii 8, 2020 irraa qabuun, goleelee Oromiyaa cufa keessatti finiinsifamuuf deemu ilaalchisuun, marii Qeerroo fi Qarree tokko waliin taasifame › Ajjeechaa suukanneessaa, ijaarsota Nafxanyaan Oromoo gosa Afran-Qalloo irratti raawwatamaa jiru ›
Oromoon Galaana; irra Dhangalaana! Labsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Warraaqsa Galaana Uummataa, dhaadannoo Oromoon Galaana; irra Dhangalaana jedhuun, Waxabajjii 8, 2020 irraa qabuun, goleelee Oromiyaa cufa keessatti adeemsifamuuf qophiin xumuramee jiru ilaalchisuun, ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa kenname ›
Tarkaanfii WBOn Konyaa Gujii Bahaa keessatti Loltoota MKII irratti Tibbana Fudhate
WBOn Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, tarkaanfiiwwan loltoota MKII irratti tibbana fudhateen injifannoo boonsaa galmeessuu › Saamichi qabeenyaa, hidhaa fi dararaan Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwatamu daran hammaatee jiraachuu ›
Hiree Oromiyaa fi Impaayera Itoophiyaa
Marii Hayyuu Oromoo, Obbo Moosisaa Oosaa waliin, hiree egeree Oromiyaa fi Impaayera Itoophiyaa, akkasumas, furmaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti fuuleffachuun taasifame.
Ajjeechaa Suukanneessaa Haadha Ilmaan Afurii irratti Ona Laaloo Assaabii keessatti Raawwatame
Ajjeechaa suukanneessaa Aayyoo Oromoo, haadha ilmaan afurii, Aadde Amsaaluu Guddataa jedhamtu irratti, Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Laaloo Assaabii keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame ›
Gudeeddaa fi Ajjeechaa Haadha Ulfa irratti Magaalaa Danbii Dolloo keessatti Raawwatame
Ajjeechaa haadha Oromoo, ulfa garaa qabduu fi dargaggoo Oromoo tokko irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Sayyoo keessatti Loltoota MKIXn raawwatame › Ajjeechaa suukanneessaa dargaggoo Oromoo, Amaanaa Daadhii irratti, Kaaba Tuulamaa, Ona Kuyyuu keessatti raawwatame ›
Page 9 of 71