Hawwan Oromoo lama ilmaan waliin butamuun achi-buutee wallaalamuu
Hawwan Oromoo lama daa’imman isaanii kan baatii lamaa fi ganna tokkoo waliin, Lixa Tuulamaa, Ona Gindoo, mana jireenyaa isaanii keessaa LMKIIn butamuun achi-buutee dhabamsiifamuu »
Haala Oromoonni K/Q/Wallaggaa irraa Gambeelatti baqatan keessa jiran
Dararaa fi ajjeechaa LMKIIn irratti raawwatamu jalaa dheessuun, Oromoonni Konyaa Qeellem Wallaggaa keessaa gara Naannoo Gambeelaatti baqatan haala hamaa keessa jiraachuu ›
Lola milishoota Amaaraa fi Affaariin Oromoo Walloo irratti banamee jiru
Lola milishootaa fi hidhattoota mootummaa naannoo Amaaraa fi Affaariin, Uummata Oromoo Walloo irratti, tibbana banamee, adeemsifamaa jiru.
Haala hamaa Konyaa Matakkal keessatti Oromoota irratti raawwatamaa jiru
Gocha hamaa Konyaa Matakkal keessatti, Oromoota irratti xiyyeeffachuudhaan, Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatamaa jiru.
Warraaqsi Galaana Uummataa hanga yoomitti itti fufa
Warraaqsi Galaana Uummataa hanga yoomitti itti fufa? Dhimma Warraaqsa Galaana Uummataa ilaalchisuun, marii Qeerroo Bilisummaa Oromoo tokko waliin taasifame›
Ajjeechaa dargaggoo Oromoo Jibriil Ahmadnuur irratti raawwatame
Ajjeechaa guyyaa har’aa, Waxabajjii 16, 2020 dargaggoo Oromoo Jibriil Ahmadnuur jedhamu irratti Magaalaa Haramaayaa keessatti, Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa jedhamaniin raawwatame ›
Du’a gaddisiisaa daafii LMKIIn, haadha da’umsaaf ciniinsifattu mudate
Haati da’umsaaf ciniinsifattu – Aadde Maaramee Bulchaa, sababa ambulaansii gara mana wal’aansaatti ishee geessu dhorkamuun du’aan gaaga’amuu › Ajjeechaa suukanneessaa daa’ima Oromoo ganna sagalii irratti, Ona Gullisoo keessatti, LMKIn raawwatame ›
Ajjeechaa Aadde Taaddaluu Oljirraa irratti, Najjoo keessatti raawwatame
Ajjeechaa Aadde Taaddaluu Oljirraa irratti, sababa Ilmakeetu WBO keessa jira jedhamuun, guyyaa kaleessaa, Magaalaa Najjoo keessatti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame ›
Page 8 of 71