Ibsa Ajajaa Ol-aanaa WBO - Jaal Marroo irraa haala yeroo irratti
Ibsaa fi dhaamsa Ajajaa Ol-aanaa WBO – Jaal Marroo/Kumsaa Dirribaa irraa haala yeroo Oromoo fi Oromiyaa irratti Uummata Oromoof kenname/dhaamame - Adoolessa 8, 2020.
Dhiigni Hacaaluu adda-bahii Oromiyaa fi Itoophiyaa ta’uu qaba
Tarkaanfilee lubbuu fi qabeenya diinaa irratti, Qeerroo Bilisummaa Oromoon, Konyaalee Harargee Bahaa fi Lixaa, Magaalaalee kanneen akka Asaboot, Ciroo, Awadaay fi Haramaayaa keessatti fudhataman.
Mirga hiree ofii ofiin murteessuu: ija siyaasa addunyaatiin
Mirga hiree ofii ofiin murteeffannaa jechuun maal jechuudha? Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo inni ganamaa maali? Galmi Qabsoo Bilisummaa Oromoo eessa?... Marii Obbo Abiraahim waliin.
Tarkaanfii QBO Magaalaa Dodolaan, shirtuu tokko irratti fudhatame
Tarkaanfii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaalaa Dodolaan, harcaatuu nafxanyaa, maqaan isaa Fiqaadeenaw jedhamu, kan shiraan Uummata Oromoo dararaa ture irratti fudhatame.
Tarkaanfii WBOn Ona Jalduu keessatti Humna Addaa MKII irratti fudhate
Tarkaanfii Poolisoota Humna Addaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa irratti, Ona Jalduu, naannoo Shukuteetti guyyaa kaleessaa fi har’a (Adoolessa 4, 2020) WBOn fudhate.
Sirna ibsaa dungoo Artiist Hacaaluuf Magaalaa Naayiroobii keessatti
Sirna ibsaa dungoo Magaalaa Naayiroobii Keenyaa keessatti Artiist Hacaaluu Hundeessaaf Oromoota biyyasiin guyyaa har’aa raawwatamee fi marii dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti taasifame.
Gumaan Artiist Hacaaluu Hundeessaa maaliin ba’a?
Marii Ajajaa WBO Z/Jimmaa Jaal Tokkichoo Gadaa waliin, dhimma ajjeechaa Artiist Hacaaluu Hundeessaa fi haala waliigalaa yeroo ammaa kana Oromoo fi Oromiyaan keessa jiran irratti taasifame.
Ajjeefamuu Hacaaluu Hundeessaa irratti marii Obbo Daawud Ibsaa waliin
Marii H/D/ABO Obbo Daawud Ibsaa waliin, dhimma ajjeefamuu wallisaa Oromoo jaallatamaa Hacaaluu Hundeessaa fi marfamuu mana jireenyaa Obbo Daawud Ibsaa ilaalchisuun taasifame.
Page 7 of 71