Magaalaan Baatee humnoota Naannoo Amaaraan rukutamuu | RSWO
Humnootni Naannoo Amaaraa meeshaalee waraanaa gurguddaa fayyadamuun, eda (Amajji 23, 2021) galgala, Konyaa Walloo, Magaalaa Baatee irratti haleellaa raawwachuu…
Uummanni Oromoo WBO akka balaaleffatuuf dirqisiifamaa ooluu
Gullisoo: Duguuggaa sanyii fi gochaalee hammeenyaa, baatiilee lamaan darban kana (erga neetorkiin Lixa Oromiyaa irra muramee as) Ona Gullisoo keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa turan…
Oromootni 4 Jimaata darbe ajjeefaman awwaalcha dhorkamanii jiraachuu
Matakkal: Oromootni afur (4) kanneen Jimaata darbe ajjeefaman hanga har'aatti awwaalcha dhorkamanii jiraachuu; Akkasumas, Konyaa Matakkal keessaa gandeen hedduun to'annoo WBO jala galanii jiraachuu…
Juumlaan hidhamuu Barsiisota Mana Barumsaa Sad 2ffaa Madaqsee - RSWO
Ona Boojjii Dirmajjii: Barsiisonni Oromoo Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Madaqsee, sababa hiriira mootummaan waame irraa hafaniif, guutumatti hidhamuun dararamaa jiraachuu…
Oromoonni 100 ol ta’an ajjeefamuun awwaalcha dhorkamuu - RSWO
Oromoonni baay’inaan 100 ol ta’an Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Daalattii jedhamtu keessatti guyyaa kaleessaa (Amajji 13, 2021) ajjeefamuun hanga har’aatti awwaalcha dhorkamanii jiraachuu…
RSWO - Shira dawoo Maanguddummaa fi Amantaan - bifa haarayaan
Shirri maqaa Maanguddummaa fi Abbootii Amantaan Oromoo irratti xaxamu bifa haarayaan eegaluu: Dabballoonni Paartii Badhaadhinaa haguuggii amantaa jala da’achuun, Dargagggoota Oromoo gowwoomsuun akka isaan leenjii waraanaa fudhatanii waraana Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaatti makamuun kutaalee Oromiyaa kanneen WBO’n keessa socho’tti bobba’an taasisaa jiraachuu…
RSWO - Barbaachisummaa Qabsoo Hidhannoo fi Deggersa WBO
Barbaachisummaa qabsoo hidhannoo fi tumsa WBO: Oromoon qabsoo karaa nagaa qofaadhaan mirga isaa gonfachuu ni danda'aa? Dhugaa WBOn qabuu fi ilaalcha namoonni gariin WBOf qaban: WBOn qabsoo akkamii gochaa jira? Qabsoo WBO'n itti jiru qabsoo haqaatii?……
RSWO - Dhiibbaa humnoota Naannoo Amaaraan eenyummaa Oromoo irratti
Dhiibbaa cimaan Onoota Konyaa Salaalee addaa addaa keessatti, humnoota Naannoo Amaaraan Eenyummaa Oromoo irratti taasifamu hammaachuun, Ona Darraa Naannoo Amaaraa jala galchuuf ijaarsi ‘Warraaqsa Biyyoolessaa Amaaraa’ jedhamu sochii cimaa gochaa jiraachuu…
Page 3 of 71