LYM Qabata Coronavirusiin Labsameen Dararaafi Ajjeechaan Hammaachuu
Labsii yeroo muddamaa qabata dhibee Coronavirusiin labsame hordofuun, barbadaa’insi qabeenyaa, dararaa fi ajjeechaan Oromoo Maccaa irratti RIXn raawwatamaa ture daran hammaachuu.
Saamichaafi Burjaajii Maqaa Qabsoo fi Qabsaa’otaan Raawwatamaa jiru
Saamichaa fi burjaajii karaa marsaalee hawaasaa, maqaa qabsoo fi qabsaa’ota Oromootiin adeemsifamaa jiru irratti Uummatni Oromoo dammaquun barbaachisaa ta’uu»
Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo ilaalchisuun marii Jaal Gaaddisaa Jibaat waliin taasifame
Guyyaa Yaadannoo Wareegamtoota Gootota Oromoo ilaalchisuun, marii Miseensa Gumii Sabaa ABO – Jaal Gaaddisaa Jibaat waliin taasifame»
Marii Ajajaa WBO K/Gujii Bahaa Jaal Magarsaa Lammii waliin taasifame
Sochii WBO tibbanaa, akkasumas, haala waliigalaa konyaa san keessa jiru ilaalchisuun, marii Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa, Jaal Magarsaa Lammii waliin taasifne»
Konyaa Qeellem Wallaggaa keessatti Oromoonni 35 RIXn Ajjeefamuu
Konyaa Qeellem Wallaggaa Ona Sayyoo fi Ona Hawwaa Galaan keessatti, Kamisa, Eebila 2, 2020 irraa qabuun hanga Kibxata, Eebila 7, 2020 har’aatti, Oromoonni 35 ol ta’an qee’ee isaaniitti RIXn ajjeefamuu»
Qeerroo fi Qarreen Oromoo 14 Bakka Tokkotti Ajjeefamuu
Qeerroo fi Qarreen Oromoo 14, Konyaa Qeellem, Ona Sayyoo keessatti, RIXn bakka tokkotti ajjeefamuu»
Marii Jaal Marroo waliin Dhimma Yeroorratti Taasifame
Marii Jaal Marroo – Ajajaa WBO Zoonii Lixaa – waliin, dhimma yeroo Oromoofi Oromiyaa irratti taasifame - RSWO»
Uummata Dhibeerraa Baraaruurra; Duula Filannoo Paartii Badhaadhinaa
Dhukaasa Kibxata har’aa (Bitootessa 31, 2020) Ona Mana-Sibuu, Magaalaa Mandii keessatti, RIX’n irratti dhukaafameen, rasaasa afuriin rukutamuu Dargaggoo Solomoon Taaddasaa Lataa
Uummata dhibee daddarbaarraa baraaruuf hojii hojjetamurra; duulli nu-filadhaa Dabballoota Paartii Badhaadhinaan oofamu caalee jiraachuu
Neetorkiin gad-dhiifame jedhame, bakkeewwan ammaan dura irraa muramee ture mara kan hin haammanne; qulqullinas kan hin qabne ta'uu»
Page 14 of 75