Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent
×

Notice

Could not start mail function.

RSWO - Onkoloolessa 23, 2019

Warraaqsi gannoota danuuf Qeerroofi Qarree Oromoon adeemsifamaa turee, afaanfajjii diimokiraasii kijibaatiin ganna tokkoo oliif qaabanaa'ee ture, bifa haarayaan deebi'ee dho'uu | Magaalaa Innaangoo keessa'tti barsiisaan Oromoo tokko RIX'n ajjeefamuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu.

Comment (3) Hits: 53

RSWO - Onkoloolessa 20, 2019

Yaalii Ajjeechaa, Aadde KADIJJAA GIIROO ROOBAA (Miseensa Gumii Sabaa ABO) Irra'tti Humnoota MKIX'n Aggaamame. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu. Hiriyoota keessaniifis qooduu hin dagatinaa.

Comment (4) Hits: 86

RSWO - Onkoloolessa 17, 2019

Konyaa Baalee, Magaalaa Gindhiir keessa'tti, Qeerroon Oromoo tokko, guyyaa kaleessaa humnoota Habashootaan Ajjeefamuu | Oromoonni Konyaa Koonsoo keessa jiraatan Afaan Oromoon barachuufi MNO jala buluuf gaaffii gaafataniin wal-qabatee dhukaasa itti banameen, Oromoonni 21 ol-ta'an ajjeefamuu; akka hin awwaalamnes taasifamuu. As tuquun, kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu. Hiriyoota keessaniifis qooduu hin dagatinaa.

Comment (1) Hits: 48

RSWO - Onkoloolessa 13, 2019

Qeerroofi Qarreen Oromoo, baay'inaan 270 ol ta'an, guyyaa har'aa Irreecha Malkaa ATEETEEtii utuu deebi'aa jiranii, tikoota mootummaa koloneeffataa impaayera xoophiyaan qabamuun hidhamanii jiraachuu | Guma-baas_(Miseensa WBO kan tureefi, sossobbii koree teekiniikaatiin gowwoomfamee hidhannoo hiikkatee kan gale)_torbee darbe keessa, humnoota MKIX'n ajjeefamuu. As tuquun, kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu. Hiriyoota keessaniifis qooduu hin dagatinaa.

Comment (1) Hits: 63
Name:
Email: