Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Onkoloolessa 4, 2019

Dhaanicha, saamicha, dararaafi hidhaa Oromoota kutaalee Oromiyaa garaagaraa'rraa ka'uun, Irreeffannaaf gara Magaalaa Finfinnee'tti seenaa jiran irratti, loltoota MKIX'n guyyaa har'aa raawwatamaa oole.
As tuquun, kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu. Hiriyoota keessaniifis qooduu hin dagatinaa.

Comment (1) Hits: 40

RSWO - Onkoloolessa 3, 2019

Tarkaanfilee WBO'n, RIX irratti tibbana fudhateefi injifannoolee inni galmeesse ilaalchisuun, marii Hoogganaa WBO Konyaa Gujii Bahaa_Jaal Magarsaa waliin taasifne | Gochaa hammeenyaa RIX'n, Oromticha Lixa Oromiyaa, Magaalaa Gimbii'rratti raawwatame. As tuquudhaan, kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa. Hiriyoota keessaniifis qoodaa.

Comment (1) Hits: 44

RSWO - Fuulbana 29, 2019

Lixa Oromiyaa, Ona Gullisoo keessatti, ajjeechaa Oromoota Ayyaana Ammas-qalaa ayyaaneffachuuf ba'anirratti, guyyaa kaleessaa, RIX'n raawwatame | Gochi hammeenyaa, Oromoota Kibba Oromiyaa, Gujii Lixaa'rratti RIX'n raawwatamu akkaan hammaattee, itti fufee jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (5) Hits: 48

RSWO - Fuulbana 26, 2019

Tarkaanfii hammeenyaa, gurmuun Saatanaawu jedhamu, lubbuufi qabeenya Oromoota Magaalaa Dirree Dhawaa'rratti fudhachaa jiru | Giddu-gala Oromiyaa, Magaalaa Finfinneefi naannawa san keessaa Oromoonni danuun ukkaamfamaa jiraachuu.Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (6) Hits: 224
Name:
Email: