Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

Basaasaan, WBO fi Uummata Oromoo Basaasuuf OPDO'n Gara Lixa Oromiyaa'tti Bobbaaste Tokko To'annoo WBO jala Seene | Guyyaa Har'aa, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Gaawoo Qebbee Keessa'tti, Oromoonni 3 RIX'n Ajjeefaman

Comment (2) Hits: 122

Konyaa Gujii Lixaa, Ona Galaanaa keessa'tti manneen Oromootaa  kanneen baay'inaan 30 ol ta'an, RIX'n kan gubaman ta'uu, Oromtichi manni jireenyaa'saaniifi kan abbaa'saanii RIX'n jalaa gubame tokko RSWO'tti himan | Roorroo hamaan MKIX fi hidhattoota saboota naannoo Oromiyaa jiraniin Oromoota Walloo'rratti raawwatamaa jiraachuu | Koomaandi poostiin MKIX bobbaafaman, Oromoota Konyaa Bunnoo Beddellee'rratti hidhaafi dararaa hamaa geessisaa kan jiran ta'uu jiraataan bakkasii tokko dubbatan.


 

Comment (3) Hits: 157
Name:
Email: