Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Fuulbana 15, 2019

Dararaa Hamaa Oromoota Mooraa Leenjii Poolisootaa Sanqallee Keessatti Hidhamanii Jiran'rratti Raawwatamaa Jiru | Magaalaa Buraayyuu Keessatti Qeerroofi Qareen Oromoo Danuun Gara Mana Hidhaatti Guuramaa Jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (0) Hits: 67

RSWO - Fuulbana 12, 2019

KONYAA HORROO GUDURUU KEESSA'TTI MAANGUDDOON OROMOO, OBBO BIRRUU WAYYEESSAA, ILMA ISAANII BADHAASAA BIRRUU WALIIN, RIX'n HIDHAMANII DARARAMAA JIRAACHUU; AKKASUMAS, GOCHAAN HAMMEENYAAFI GUDEEDDAAN SHAMARRANIIFI HAWWAN OROMOO'RRATTI RIX'n RAAWWATAMAA JIRAACHUU | GIDDU-GALA OROMIYAA, ONA GINCII KEESSA'TTI. QEERROO DANUUN, RAGAA SOBAATIIN MANA HIDHAATTI DARBAMAA JIRAACHUU. RSWO sagalee qofaan caqasaa

Comment (3) Hits: 72

RSWO - Fuulbana 8, 2019

Cufamuu Manneen Hidhaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaa Ilaalchisuun Olola  Afaanfajjii Oofamaa Jirurra'tti Yaada Oromootaa

 

Comment (7) Hits: 76

RSWO - Fuulbana 5, 2019

Lixa Oromiyaa, Magaalaa Gimbii keessa'tti, Abbaan Torbee Basaasaa MKIX Tokko'rratti Tarkaanfii Fudhachuu | Murtii Ministeerri Barnootaa Impaayera Xoophiyaa Dhimma Hatamuu Qormaata Kutaa 12fi Haala Seensa Yuunbarsitii'rratti Murteesse Ilaalchisuun, Yaada Hayyuu

Comment (1) Hits: 107
Name:
Email: