Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Fuulbana 29, 2019

Lixa Oromiyaa, Ona Gullisoo keessatti, ajjeechaa Oromoota Ayyaana Ammas-qalaa ayyaaneffachuuf ba'anirratti, guyyaa kaleessaa, RIX'n raawwatame | Gochi hammeenyaa, Oromoota Kibba Oromiyaa, Gujii Lixaa'rratti RIX'n raawwatamu akkaan hammaattee, itti fufee jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (6) Hits: 73

RSWO - Fuulbana 26, 2019

Tarkaanfii hammeenyaa, gurmuun Saatanaawu jedhamu, lubbuufi qabeenya Oromoota Magaalaa Dirree Dhawaa'rratti fudhachaa jiru | Giddu-gala Oromiyaa, Magaalaa Finfinneefi naannawa san keessaa Oromoonni danuun ukkaamfamaa jiraachuu.Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (7) Hits: 345

RSWO - Fuulbana 22, 2019

Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroo Oromoo, Gammachuu Gaaromsaa irratti, Lixa Oromiyaa, Ona Aayiraa keessa'tti, Raayyaa Ittisaa Xoophiyaafi Milishoota gandaan raawwatame | Konyaa Arsii Lixaa keessatti, reebicha Aadde Saartuu Bakkalchaa'rratti Deggertoota Jaarmiyaa Warraaqsa Biyyoolessaa Amaaraan raawwatame. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf iddoo kana tuqaa.

Comment (13) Hits: 113

RSWO - Fuulbana 19, 2019

Marii Hayyuu Oromoo Dr. ITTAANAA HABTEE waliin, Dhimma Oromoofi Oromiyaa'rratti Taasifne. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (6) Hits: 65
Name:
Email: