Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Fuulbana 22, 2019

Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroo Oromoo, Gammachuu Gaaromsaa irratti, Lixa Oromiyaa, Ona Aayiraa keessa'tti, Raayyaa Ittisaa Xoophiyaafi Milishoota gandaan raawwatame | Konyaa Arsii Lixaa keessatti, reebicha Aadde Saartuu Bakkalchaa'rratti Deggertoota Jaarmiyaa Warraaqsa Biyyoolessaa Amaaraan raawwatame. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf iddoo kana tuqaa.

Comment (9) Hits: 74

RSWO - Fuulbana 19, 2019

Marii Hayyuu Oromoo Dr. ITTAANAA HABTEE waliin, Dhimma Oromoofi Oromiyaa'rratti Taasifne. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (5) Hits: 45

RSWO - Fuulbana 15, 2019

Dararaa Hamaa Oromoota Mooraa Leenjii Poolisootaa Sanqallee Keessatti Hidhamanii Jiran'rratti Raawwatamaa Jiru | Magaalaa Buraayyuu Keessatti Qeerroofi Qareen Oromoo Danuun Gara Mana Hidhaatti Guuramaa Jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (0) Hits: 52

RSWO - Fuulbana 12, 2019

KONYAA HORROO GUDURUU KEESSA'TTI MAANGUDDOON OROMOO, OBBO BIRRUU WAYYEESSAA, ILMA ISAANII BADHAASAA BIRRUU WALIIN, RIX'n HIDHAMANII DARARAMAA JIRAACHUU; AKKASUMAS, GOCHAAN HAMMEENYAAFI GUDEEDDAAN SHAMARRANIIFI HAWWAN OROMOO'RRATTI RIX'n RAAWWATAMAA JIRAACHUU | GIDDU-GALA OROMIYAA, ONA GINCII KEESSA'TTI. QEERROO DANUUN, RAGAA SOBAATIIN MANA HIDHAATTI DARBAMAA JIRAACHUU. RSWO sagalee qofaan caqasaa

Comment (2) Hits: 43