Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Sadaasa 1, 2019

Waltajjiileen marii aangawoonni ODP, Magaalaa Amboofi Calanqootti qopheessan, mormii uummataa jabaa mudachuu | Konyaa Gujii Lixaa, Ona Abbayyaa keessatti, Oromoonni baay'inaan 500 ol ta'an, hidhamanii dararamaa jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (3) Hits: 50

RSWO - Onkoloolessa 29, 2019

Wal-fakkeenya Impaayera Xoophiyaa ammaafi Yuugozlaaviyaa durii gidduu jiru, akkasumas, hireen Xoophiyaa eeggatu hiree Yuugozlaaviyaa durii mudate ta'uu ilaalchisuun, marii Hayyuu Oromoo Prof. ASAFFAA JAALLATAA waliin taasisne. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu.

Comment (1) Hits: 50

RSWO - Onkoloolessa 27, 2019

Marii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin, haala yeroo Oromoofi Oromiyaa'rratti taasisne | Warraaqsa alana Magaalotaafi Gandoota Oromiyaa danuu keessa'tti finiinaa jiruun wal-qabatee, Magaalaa Adaamaa keessatti qofa, Qeerroowwan Oromoo 26 ol ta'an wareegamuufi, kanneen 100 ol ta'animmoo madaa'uu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu.

Comment (0) Hits: 44

RSWO - Onkoloolessa 24, 2019

Marii Ajajaa WBO Zoonii Lixaa Jaal MARROO waliin, dhimma yeroo Oromoof Oromiyaa'rratti, akkasumas, sochii WBO irra'tti taasisne. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu dandeessu.

Comment (1) Hits: 341