Logo Paypal Bckgrnd 3

Barattoota Oromoo kanneen Kamisa dheengaddaa Yuunbarsitii Haramaayaa'rraa qabamanii Qajeelcha Poolisii Haramaayaatti hidhaamanii turan keessaa barattoonni 89 halkan edaa gara Finfinneetti fe'amuun... Read More!

Duguuggaa sanyii Oromoo Lixa Oromiyaa irratti, waraana humna xiyyaraafi lafoo MKIXn raawwatamaa jiru... Continue Reading: Duguuggaa sanyii Oromoo...

Haala hamaa Oromoonni Lixa Oromiyaa torban kana keessa jiraniifi sochii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa.

Bobbaa "Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa" hordofuun, addaan citiinsa neetiwoorkiifi humna ibsaa, Lixa Oromiyaa keessatti uumamee jiruun wal-qabatee, haala ulfaataa Oromoonni Lixa Oromiyaa torban kana keessa jiran; haala sochii WBO fi sochii "Humna Addaa Oromiyaa"

Comment (1) Hits: 107

Poolisoonni 'Humna Addaa Oromiyaa' jedhamuun tibbana bobbaafaman danuun WBOtti harka kennatan.

Humna Addaa Oromiyaa jedhamuun addatti leenjifamanii, poolisoota tibbana gara Lixa, Kibbaafi Giddu-gala Oromiyaatti bobbaafamaniifi WBO gidduutti wal-waraansi adeemsifamaa jiraachuu; poolisoota kanneen keessaas danuun isaanii WBO'tti harka kennachaa jiraachuu... Continue Reading: 'Humna Addaa Oromiyaa jedhamuun leenjifamanii'...