Logo Paypal Bckgrnd 3

RSWO - Sadaasa 7, 2019

Marii Jaal GAMMACHUU ABBOOYYEE (I/aanaa Ajajaa WBO Zoonii KIbbaa) waliin dhimma yeroo'rratti taasifne. Kurfiilee RSWO sagalee qofaan caqasaa.

Comment (2) Hits: 162

RSWO - Sadaasa 6, 2019

Summii Mana Barumsaa Qophaa'inaa Innaangoo keessatti biifameen, barattoonni hedduun dhibeef saaxilamuu | Barattoonni Yuunbarsitii Haramaayaa duguuggaa sanyii Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaa irratti raawwatamaa jiru balaaleffachuun; akkasumas, gaaffilee QBO garaagaraa kaasuun hiriira mormii geggeessaa ooluu. RSWO sagalee qofaan caqasaa.

Comment (1) Hits: 127

RSWO - Sadaasa 3, 2019

Raayyaan Ittisaa Xoophiyaafi loltoonni biyya alaa danuun, WBO adamsuuf xiyyaaraan gara Lixa Oromiyaatti guuramaa jiraachuu | Shirri maqaa araaraatiin Oromoo Walloo'rratti adeemsifamu daran jabaatee itti fufuu; qabata araaraatiinis, Oromoonni danuun hidhamaa, dararamaafi ajjeefamaa jiraachuu. RSWO sagalee qofaan caqasaa.

Comment (0) Hits: 134

RSWO - Sadaasa 1, 2019

Waltajjiileen marii aangawoonni ODP, Magaalaa Amboofi Calanqootti qopheessan, mormii uummataa jabaa mudachuu | Konyaa Gujii Lixaa, Ona Abbayyaa keessatti, Oromoonni baay'inaan 500 ol ta'an, hidhamanii dararamaa jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf as tuqaa.

Comment (3) Hits: 138