Logo Paypal Bckgrnd 3

Duguuggaa sanyii Oromoo Lixa Oromiyaa irratti, waraana humna xiyyaraafi lafoo MKIXn raawwatamaa jiru balaaleffachuun, hiriira mormii yuunbarsitiileefi kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti, Kamisa har'aa adeemsifamaa ooleen wal-qabatee, Oromoonni danuun dhaanamaafi hidhamaa oolan. Haaluma kanaan, Yuunbarsitii Haramaayaa irraa qofa Barattoonni Oromoo baay'inaan 200 ol ta'an, manneen hidhaa garaagaraatti hidhamanii jiraachuu.

Leave your comments

Post comment as a guest

0
  • No comments found