Logo Paypal Bckgrnd 3

Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

User Rating: 5 / 5

Star ActiveStar ActiveStar ActiveStar ActiveStar Active
 

RSWO - Sadaasa 26, 2019: Ona Anfilloo, Magaalaa Muggii keessatti, RIIX Qeerroo Oromoo tokko ajjeesuun, hiriyaansaa'mmoo reeffa isaa baatee magaalaa keessa akka naanna'u dirqisiisuu | Barattoonni Oromoo Yuunbarsitii Dabrabiraan, roorroo dheessuun gara Oromiyaatti osoo imalaa jiranii, hidhattoota Naannoo Amaaraan ukkaamfamuu | Barattoonni Oromoo Yuunbarsitii Finfinnee baay'inaan 350 ol ta'an guyyaa kaleessaa Yuunbarsitii'rraa qabamuun bakka hin beekamnetti hidhamuu.

Dhaggeeffattoonni keenya kanneen kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuu feetan hidha kana tuquudhaan dhaggeeffachuu dandeessu.

Leave your comments

Post comment as a guest

0
  • No comments found
Name:
Email: