Logo Paypal Bckgrnd 3

Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Sadaasa 21, 2019

Lixa Oromiyaa, Ona Mana-Sibuu keessatti, bishaaniifi bosonni RIX'n summeeffamuun, namniifi bineeldonni rakkoo fayyaaf saaxilamaa jiraachuu | Barattoonni Oromoo Yuunbarsitii Dabirataaboritti baratan danuun, nyaata summeeffame nyaachifamuun, dhibeef saaxilamanii jiraachuu | Lixa Oromiyaa, Ona Qondaalaa keessatti, Qeerroon Oromoo 5, haala suukanneessaa ta'een ajjeefamuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasuuf hidha kana tuqaa.

Leave your comments

Post comment as a guest

0
  • No comments found
Name:
Email: