Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

Konyaa Gujii Lixaa, Ona Galaanaa keessa'tti manneen Oromootaa  kanneen baay'inaan 30 ol ta'an, RIX'n kan gubaman ta'uu, Oromtichi manni jireenyaa'saaniifi kan abbaa'saanii RIX'n jalaa gubame tokko RSWO'tti himan | Roorroo hamaan MKIX fi hidhattoota saboota naannoo Oromiyaa jiraniin Oromoota Walloo'rratti raawwatamaa jiraachuu | Koomaandi poostiin MKIX bobbaafaman, Oromoota Konyaa Bunnoo Beddellee'rratti hidhaafi dararaa hamaa geessisaa kan jiran ta'uu jiraataan bakkasii tokko dubbatan.


 

Leave your comments

Post comment as a guest

0

People in this conversation

Name:
Email: