Oromo & Oromia
Frequently Asked Questions
#OromoProtests
Oromia is where Coffee is Originated!
Oromia Coffee
Oromia Shall be Independent

RSWO - Fuulbana 19, 2019

Marii Hayyuu Oromoo Dr. ITTAANAA HABTEE waliin, Dhimma Oromoofi Oromiyaa'rratti Taasifne. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (0) Hits: 4

RSWO - Fuulbana 15, 2019

Dararaa Hamaa Oromoota Mooraa Leenjii Poolisootaa Sanqallee Keessatti Hidhamanii Jiran'rratti Raawwatamaa Jiru | Magaalaa Buraayyuu Keessatti Qeerroofi Qareen Oromoo Danuun Gara Mana Hidhaatti Guuramaa Jiraachuu. Kurfii keenya kana sagalee qofaan caqasaa

Comment (0) Hits: 19

RSWO - Fuulbana 12, 2019

KONYAA HORROO GUDURUU KEESSA'TTI MAANGUDDOON OROMOO, OBBO BIRRUU WAYYEESSAA, ILMA ISAANII BADHAASAA BIRRUU WALIIN, RIX'n HIDHAMANII DARARAMAA JIRAACHUU; AKKASUMAS, GOCHAAN HAMMEENYAAFI GUDEEDDAAN SHAMARRANIIFI HAWWAN OROMOO'RRATTI RIX'n RAAWWATAMAA JIRAACHUU | GIDDU-GALA OROMIYAA, ONA GINCII KEESSA'TTI. QEERROO DANUUN, RAGAA SOBAATIIN MANA HIDHAATTI DARBAMAA JIRAACHUU. RSWO sagalee qofaan caqasaa

Comment (2) Hits: 21

RSWO - Fuulbana 8, 2019

Cufamuu Manneen Hidhaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaa Ilaalchisuun Olola  Afaanfajjii Oofamaa Jirurra'tti Yaada Oromootaa

 

Comment (4) Hits: 28
Name:
Email: